Matthew 1:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Abrahaam Yisihaaq uumate; Yisihaaq Yaaqoob uumate; Yaaqoob Yihuda'aa fi obboleeyyan Yihuda'aa uumate;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abrahamuuni abba Isaaqo; Isaaqoni abba Yakobo; Yakoboni abba Yudafi oboleyaani isaa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba akkanaan Abrahaamii fi Daawit jidduu dhalootii kudhanii afuriitti jira, ammallee kudhanii afurii dhibiitti Daawitii fi ganna gosa Israa'el booji'anii lafa Baabilon geessan jidduu jira, akkasuma ammallee dhalootii kudhanii afurii gaafasii fi dhaloota Kiristoo jidduu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abrahaam Yisaaqiin uumate. Yisaaq Yaaqoobiin uumate. Yaaqoob Yihuuda'aa fi obboleeyyan Yihuuda'aa uumate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abrahaam Yisaaqiin uumate. Yisihaaq Yaaqoobiin uumate. Yaaqoobillee Yihuuda'aa fi obboleeyyan Yihuuda'aa uumate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abraahaam Yisihaaqiin, Yisihaaq Yaaqoobii, ni uumate, Yaaqoob Yihuda'aa fi obboleeyyan isaa ni uumate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abrahaam Yisihaq uumate; Yisihaq Yaaqoob uumate; Yaaqoob Yihuda'aa fi obboleeyyan Yihuda'aa uumate;