Matthew 1:21 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isiin ilma hin deetti; inni waan kolbaa ifii cubbuu irraa fayyisuuf, maqaa isaa, ‘Yesuus’ jettaan” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini ilma deeti, duuba atini maqa isaa Yeso baasi, wonti akanatiifi inni gumi ufi ch'ufa daba keesa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin Ilma dhiiraa deetti; Inni banii cubbuu irraa waan fayyisuuf maqaa isaa Yesuus jettee waamta» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isiin Ilma dhiiraa deetti; Innillee banii cubbuu irraa hin fayyisa maqaa isaallee Yesuus jettee waamta» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isiin'llee ilma dhiiraa ni deetti, inni ummata isaa cubbuu isaanii irraa waan isaan fayyisuuf, maqaa isaa Yesus ni jettaan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin ilma hin deetti; inni waan kolbaa ifii cubbuu irraa fayyisuuf, maqaa isaa, ‹Yesuus› jettaan» jedheen.