Matthew 1:24 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Yoseef yennaa dammaqe, akkuma ergamaan Gootta'aa itti hime, Maariyaamii kadhateeru akka niiti'iititti gara mana ifii fudhate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yusufuni hiriiba keesaa kaanaani waan malaikaani Aabbo jetteeni tolche, Mariamu fuud'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef hirribaa dammaqee, akkuma Maleekkaan Rabbii isa ajaje godhe. Qaadhimamtuu ufii gara mana ufii fudhate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yooseefillee hirribaa dammaqee, akkuma Maleekkaan Rabbii isa ajaje godhe. Qadhimamtuu ufiillee gara mana ufii fudhate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yooseef'llee hirribaa yeroo dammaqetti, akkaataa maleyikkaan Goofta'aa isa ajajeen qaadhimaa isaa Maariyaamiin gara mana isaa ni fudhateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yoseef yennaa dammaqe, akkuma ergamaan Gootta'aa itti hime, Maariyaamii kadhateeru akka niiti'iititti gara mana ifii fudhate.