Matthew 1:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Salmoon Rahaab irraa Bo'az uumate; Bo'az Ruuti irraa Yoobeed uumate; Yoobeed Iseyi uumate;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Salmonini abba Boazi (haati isaa Rahabu); Boazini abba Obedi (haati isaa Ruthi); Obedini abba Yese;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo innii waan kana herreguu, ergamaan Aabboo oobjuun isatti mullatee, “Yoseef, ilma Daawati, garaachii isiin qabdu kunin ka Hafuura Qulqullootii Maariyam fuudhuu hinsodaatin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Salmoon Rahaabiin irraa Bo'aaziin uumate; Bo'aaz Ruutiin irraa Iyyoobeediin uumate; Iyyoobeed Isseyiin uumate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Salmoon Rahaabiin irraa Bo'aaziin uumate; Bo'aaz Ruutiin irraa Iyyoobeediin uumate; Iyyoobeedillee Isseyiin uumate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Salamoon Boazin dubarttii Rahaab jedhamttu irraa ni uumate, Boazin Yoobeedin Ruut dubarttii jedhamttu irraa, Yoobeed Iseyin ni uumate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Salmoon Rahaab irraa Bo'az uumate; Bo'az Ruuti irraa Yoobeed uumate; Yoobeed Isey uumate;