Matthew 1:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Asaafi Yoshaafaax uumate; Yoshaafaax Yooraam uumate; Yooraam Oziyaas uumate;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Asani abba Yehoshefathi; Yehoshefathini abba Yoramu; Yoramuni abba Uzia;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Ilaalaa, intaltii dubraa garaachoofteetti ilma deettii, maqaa isa Amaanu'el baasan” jedhee dubbate guutamtuuf taate. Akkas jechuun Waaqii nu waliin jira jechuu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Asaaf Iyyoosaafixiin uumate; Iyyoosaafixi Yooraamiin uumate; Yooraam Oziyaaniin uumate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Asaaf Iyyoshaafaaxiin uumate; Iyyoshaafaax Yooraamiin uumate; Yooraamillee Oziyaasiin uumate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Asaaf Iyoosaafixiin ni uumate, Iyoosaafix Iyooraamiin, Iyooraamiin'llee Oziiyaaniin ni uumate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Asaafi Yoshaafaax uumate; Yoshaafaax Yoraam uumate; Yoraam Oziyaas uumate;