Matthew 10:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus barattoota ifii kudhanii lamaan gara ifii waamee ayyaanota hamoota akka baasanu, dhukkubaa fi dhibee mara akka fayyisanu baallii isaaniif kenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni jara isaa kud'ani lama wolti yaame jabeenna kenneefi, aka jinni nama keesaa baasani, fayyad'abafi d'ukuba ch'ufa fayyisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus jara isaa kudhanii lamaanuu walti yaamee, akka jinnii nama keessaa baasanii, fayyadhabaa fi dhukkuba cufaa fayyisan jabeenna kenneef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus darasoota kudha lamaa gara ufii waamee, hafuura battii akka baasan, dhukkubaa fi dhibee maraa akka fayyisan baallii isaanii kenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus darasoota kudha lamaa gara ufii waamee, ayyaana battii akka baasan, dhukkubaa fi dhibee maraa akka fayyisan baallii isaanii kenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus barattoota kudha lamaan gara isaa waamee hafuurota battiiwwan akka baasaniif, dhukkubaa fi dhibee mara akka fayyisaniif aangoo isaanii ni kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus barattoota ifii kudhanii lamaan gara ifii waamee ayyaanota hamoota akka baasanu, dhukkubaa fi dhibee mara akka fayyisanu baallii isaaniif kenne.