Matthew 10:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa mana tokko seentanu, ‘Nageenni isinii te'u’ jedha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma namati olduudanini nagaya fuud'a eebisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma namatti olduudaniin nagaa fuudhaa eebbisaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo mana tokko seentan nagaya isaan gaafadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoo mana tokko seentan, nagaya isaan gaafadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara mana namaa yoo aseenttan nagaya gaafadhaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa mana tokko seentanu, ‹Nageenni isinii te'u› jedha'a.