Matthew 10:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus itti dabalee, “Ani akka hoolotaa odduu yayyi'ii isin erga; maarre akka bofaa qaroolee, akka saphaliisaa gadhi-laafeyyii te'a'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kuno, anini aka ilmoole hooliye jiddu yaiti isani erga. Tanaafi aka bofa qaro taha, ammalle aka sabaliisa nagayaani taa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus itti dabalee, “Kunnoo, anin akka ilmoolee hooliyyee jidduu ya'itti isan erga; tanaaf akka bofaa qaroo ta'aa, akka sabaliisaa nagaan taa'aa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammallee, «Ani akka hoolota Yayyii jidduu dhaxxuu isin erga; maarre akka bofaa qaroo, akka handari'ii gara laafeyyii ta'aa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammallee, «Ani akka hoolotaa Yayyii jidduu isin erga; maarre akka Bofaa qaroo, akka handari'ii gara-laafeyyii ta'aa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Kunoo! Akka hoolotaa yayyiiwwan jidduu isin ni erga, kanaaf akka bofaa qaruuteewwan, akka handari'ii gara-laafeyyii ta'aa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus itti dabalee, «Ani akka hoolotaa odduu yayyi'ii isin erga; maarre akka bofaa qaroolee, akka saphaliisaa gadhi-laafeyyii te'a'a.