Matthew 10:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sababa kiyyaaf akka isinitti muranu gara bulchitootaa fi moototaa waan geeffantanuuf, isaanii fi worra Yihudoota hin te'in duratti dhugaa baatota tiyya hin teetan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro tiyyaafi hayyootafi jaallaba durati isani hirkisani, aka worraafi gosa d'ibile durati d'ugeesitani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo tiyyaaf hayyootaa fi jaallaboota duratti isan geessan, akka warraa fi gosa dhibiillee duratti dhugeesitan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kiyyaaf isinitti murteessu'uuf jedhanii gara bulchootaa fi moototaa isin dhiyeessan; isaaniif worra Yihuudota hin taane afo'otti worra ragaa naa bayu taatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaa kiyyaaf isinitti murteessu'uuf jedhanii, gara bulchootaa fi moototaa isin dhiyeessan, isaaniif worra Yihuudota hin taane afo'otti worra ragaa naa bayu taatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee kiyyaan gara bulchitootaatii fi gara nugusotaa murti'iif waan fudhatamittaniif, isaanii fi ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanne duranatti'llee, ragoota kiyya ni taatan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa kiyyaaf akka isinitti muranu gara bulchitootaa fi moototaa waan geeffantanuuf, isaanii fi worra Yihudoota hin te'in duratti dhugaa baatota tiyya hin teetan.