Matthew 10:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa isaan dabarsanee isin kennanu ammoo, maan akka jettanu yookiin attam akka dubbattanu hin yaadina'a; yennuma san wonni dubbattanu isiniif hin kennanti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo qorsuma isani yaamani, waan dubbattanifi waan jettani inheregiina; waan isani jettani hojuma suni isaniti himani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo qorsummaa isan yaaman, waan dubbatanii fi waan jettan hinherreginaa; waan isan jettan yoma sun isanitti himanii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa dabarsanii isin kennan, wonti dubbattan hennama san waan isinii kennamuuf attamitti yookaan maal akka dubbattan hin yaadinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa dabarsanii isin kennan, wonti dubbattan hennama san waan isinii kennamuuf, attamitti yookiin maal akka dubbattan hin yaadinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
namoonni gara yaa'ii murtii titti yoo isin dhiyeessan, waan isin dubbattan yeroo sanitti isinii waan kennamuuf, ‹attamitti yookiin maal dubbanna?› jettanii, yaadu'uun hin sarddaminaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isaan dabarsanee isin kennanu ammoo, maan akka jettanu yookiin attam akka dubbattanu hin yaadina'a; yennuma san wonni dubbattanu isiniif hin kennanti.