Matthew 10:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa isaan qachaa tokko keessatti isin miidhane, gara ka dhibi'ii baqadha'a. Ani dhugumaan isinitti hima, Ilmi Namaa adoo hin dhufiniin dura qachoota Israa'elii mara keessa deentanee hin fixxanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja dira toko keesati isani gaargalchani, ka iti aanuti baqad'a. D'uguma, anini isaniti hima, dira Israeli ch'ufa dantetani inqit'eesitani, ato Ilmi Nama ind'umne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo dira tokko keessatti isan gaargalchan, ka itti aanuutti baqadhaa! Dhugumaa, anin isanitti himaa adoo ilmii namaa hindhumnee dira Israa'el cufa dandeettanii hinqixeesitan.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachaa tokko keessatti yoo isin rakkisan gara qachaa biraatitti dheessaa'a. Dhugamaan isiniin jedha, haga Ilmi Namaa dhufuuf qachoota Israa'eelii keessa deemtaniituu hin fixxan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qachaa tokko keessatti yoo isin rakkisan, gara qachaa biraatitti dheessaa'a. Dhugamaan isiniin jedha, haga Ilmi Namaa dhufuuf qachoota Israa'eelii keessa deemtaniituu hin fixxan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Magaalaa tokkotti rakkinna isinitti yoo baay'isan gara bira'aa dheessaa, dhugamaan isiniin jedha Ilmi Namaa deebi'ee haga dhufutti, magaalota Israa'eelii mara woliin hin geettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isaan qachaa tokko keessatti isin miidhane, gara ka dhibi'ii baqadha'a. Ani dhugumaan isinitti hima, Ilmi Namaa adoo hin dhufiniin dura qachoota Israa'elii mara keessa deentanee hin fixxanu.