Matthew 10:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Barataan barsiisaa ifii hin caalu, hojjataan hojjachiisaa ifii hin caalu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami woi baratu nama isa barsiisu ira injiru; yokhaani garbichi abba ufi ira injiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Namii wa baratu nama isa barsiisu irra hinjiru; yokaan hojjattuun abbaa ufii irra hinjirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasaan barsiisaa ufii, hojjataanillee hojjachiisaa ufii hin caalu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Barataan barsiisaa ufii, hojjataanillee hojjachiisaa ufii hin caalu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barataan barsiisaa isaa hin caalu, tajaajilaan'llee Gooftaa isaa hin caalu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Barataan barsiisaa ifii hin caalu, hojjataan hojjachiisaa ifii hin caalu.