Matthew 10:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barataan akka barsiisaa ifii te'uun, hojjataan akka hojjachiisaa ifii te'uun hin geya. Isaan yoo abbaa manaa, ‘Bi'el Zebul ’ jedhanee waamane worra mana isaa maqaa irra caalaa badaa attamiitiin waamu'uu jiran ree!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami woi baratu, yo akuma nama isa barsiise tahe yokhaani garbichileeni yo aka abba ufi tahe ya taateefi. Yo abba worraatiini Beelzebuli jed'ani, worra mana maqa hagasi ira hamatiini yaamani!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii wa baratu, yo akkuma nama isa barsiisee ta'ee yokaan garbichiilleen yo akka abbaa ufii ta'e ya taateef. Yo abbaa warraatiin, ‘Bi'e'izebul’ jedhan, warra manaa maqaa hagas irra hamaatiin yaaman” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasaan akka barsiisa'aa, hojjataanillee akka hojjachiisaa ufii haa ta'uu. Eega abbaa manaatiin Bi'elizebul jedhan maatii isaatiin ammo attamitti kana caalaa hin jenneen ree!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Barataan akka barsiisa'aa, hojjataanillee akka hojjachiisaa ufii haa ta'uu. Eega abbaa manaatiin Bi'elizebul jedhan, maatii isaatiin ammoo attamitti kana caalaa hin jenneeniree!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf barataan akka barsiisaa isaa, tajaajilaan'llee akka Gooftaa isaa yoo ta'e ni gayaan. Abbaa manaa Bi'el Zebul jedhanii yoo waaman maatii isaa garuu maqaa hammaa ta'een attam hin waaninneen!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barataan akka barsiisaa ifii te'uun, hojjataan akka hojjachiisaa ifii te'uun hin geya. Isaan yoo abbaa manaa, ‹Bi'el Zebul › jedhanee waamane worra mana isaa maqaa irra caalaa badaa attamiitiin waamu'uu jiran ree!