Matthew 10:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre hin sodaatina'a; isin simbirroota didiqqoo hedduu caalaa gatii qaddan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi insodaatiina; isani ch'uquliisa ira jirtani!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf hinsodaatinaa! Isan cuquliisa irra jirtanii” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu isin simbirroota didiqqoo hedduu waan caaltaniif hin sodaatinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu isin sinbirroota didiqqoo hedduu waan caaltaniif hin sodaatinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa isin garuu sinbirroota shiikkota irra haalaan waan caalttaniif, gonkumaa hin sodaatinaa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre hin sodaatina'a; isin sinbirroota didiqqoo hedduu caalaa gatii qaddan» jedhe.