Matthew 10:32 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus itti dabalee, “Nama duratti ka dhugaa naa bayu duudi'iif, anille Abbaa kiyya ka ol-gubba'aa duratti dhugaa isaaf baya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama nama durati na d'ugeesu ch'ufa anileeni Abba gubba durati d'ugeesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Nama nama duratti naa dhugeessu cufa aniilleen Abbaa Waaqaa gubbaa duratti indhugeessaaf.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee Yesuus akkana jedhe, «Ka nama afo'otti ragaa naa bayu maraafuu anillee Abbaa kiyya ka samii jiru afo'otti ragaa bayaaf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammallee Yesuus, «Ka nama afo'otti ragaa naa bayu maraafuu, anillee Abbaa kiyya ka samii jiru afo'otti ragaa isaa baya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Nama duranatti ka ragaa naa bayu maraaf, ani'llee Abbaa kiyya ka samii jiru duranatti, ragaa ni bayaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus itti dabalee, «Nama duratti ka dhugaa naa bayu duudi'iif, anille Abbaa kiyya ka ol-gubba'aa duratti dhugaa isaaf baya.