Matthew 10:38 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami fannoo ifii ba'atee ana hin hordonne anaaf ka malee moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami maskali ufi fud'ate na gula indeemne na himmalle.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii fannoo ufii fudhatee na gula hindeemne naa hinmalle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka fannoo baatee na faanaa hin deemne naaf hin malu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fannoo baatee na faanaa ka hin deemne naaf hin malu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fannoo mataa isaa baadhatee naminni ana hin horddofinne, kiyyaa ta'uun hin maluun.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami fannoo ifii ba'atee na hin hordonne naaf ka malee moti.