Matthew 10:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Addee akkasii, Worra akka hoolotaa bade gara kolbaa Isra'elii dhaqa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo gara hooliye badde ta gosa Israeli d'aqa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo gara hooliyyee baddee ta gosa Israa'el dhaqaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bikka san gara worra akka hoolotaa karaa irraa badanii mana Israa'eelii dhaqaa'a!»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaa mannaa, gara worra akka hoolotaa karaa irraa badanii mana Israa'eelii dhaqaa'a! jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kana irraa gara worra akka hoolotaa badanii,, gara ummatoota Israa'eelii dhaqaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee akkasii, Worra akka hoolotaa bade gara kolbaa Israa'elii dhaqa'a.