Matthew 10:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma dhaxxaneen, ‘Mootummaan Waaqaa dhikaateerti’ jedhaa lallaba'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yaa, Finni gubba ya d'iaate jed'a, namati odeesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yaa'aa, ‘Mootummaan Waaqaa ya dhi'aatte’ jedhaa, namatti himaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma dhaxxaniin, ‹jeennanni sami'ii dhiyaatteerti› jedha'aa lallabaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma dhaxxaniin, jeennanni sami'ii dhiyaatteerti jedha'aa lallabaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhaqa'aatii'llee ‹Mootummaan Sami'ii dhiyaatee jirtti!› jedha'aa lallabaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma dhaxxaneen, ‹Mootummaan Waaqaa dhikaatteerti› jedhaa lallaba'a.