Matthew 11:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inniin kun, ka Barreeffam Woyyichi, ‘Karaa keeti akka si'iin duratti qopheessu, ani ergamaa kiyya si'iin dura erga’ jedhee dubbateeru.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami kunini ka waan isaa akana t'aafani, Kuno, anini ergattu tiyya si dura erga, aka kara si durati mid'aasu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii kunin ka waan isaa akkana barreessan, ‘Kunnoo, anin ergamaa kiyya si dura erga, akka karaa si duratti midhaassu’ ” ya jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ka Barreeffamni Woyyuun, ‹Kunoo ergamaa kiyya ka karaa sii tolchu si afo'otti erga› jedhee dubbateeruuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni, ka Barreeffamni Woyyuun, ‹Kunoo ergamaa kiyya ka karaa sii tolchu si afo'otti erga› jedhee dubbateera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni ‹kunoo dura dura keetiin deema'aa, karaa kee ka si qopheessu ergamaa kiyya si duranatti ni erga› jedhamee, ka barreeffameef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inniin kun, ka Barreeffam Woyyichi, «‹Karaa keeti akka si'iin duratti qopheessu, ani ergamaa kiyya si'iin dura erga› jedhee dubbateeru.