Matthew 11:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Bara Yohaannisiin cuuphaan barsiisuu jalqabe irraa ka'ee haga ammaa mootummaan ol-gubba'aa hunnaan dhiibatiisatti jirti; worri itti galiisaaf dhiibatu hin fudhatan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga, bara Yohana nama batisu haga arra Finna gubba ya had'ani, worri irre qabu irreeni had'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haga bara Yoh. aannisii nama cuuphuutii haga ardhaa mootummaa gubbaa ya hadhan warrii irree qabu irreen hadha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara Yohaannisii cuuphaa irraa jalqabee haga ammaa jeennanni sami'ii hunnaan dhiibama'aarti; worri itti galu'uuf jabaatanii tattaafatan hin argatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bara Yohaannisii cuuphaa irraa jalqabee, haga ammaa jeennanni sami'ii hunnaan dhiibama'aarti; worri itti galu'uuf jabaatanii tattaafatan hin argatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bara Yohaannisii cuupha'aatii jala qabee haga adhaa titti Mootummaan Sami'ii haalaan ni dhiibamitti, worri ciminnaan woldhaanan'llee ni argataniin.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara Yohaannisiin cuuphaan barsiisuu jalqabe irraa ka'ee haga ammaa mootummaan ol-gubba'aa hunnaan dhiibatiisatti jirti; worri itti galiisaaf dhiibatu hin fudhatan.