Matthew 11:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Raagoti duudi'ii fi seerri Muuse'ee haga bara Yohaannisii cuupha'aatitti raaganeeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Raaga ch'ufaafi Seeri Musa haga Yohana ch'alla woi hime.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Raagota cufaa fi seeriilleen haga Yoh. aannisii nama cuuphuu callaa wa hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raattonninii fi seerri Muuse'ee haga bara Yohaannisii cuupha'aatitti raaganiiran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Raattonni maraa fi seerri Muuse'ee haga bara Yohaannisii cuupha'aatitti raaganiiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Barsiifnni nabiyyootaa marrinii fi seerri harka Muse'eetiin kenname'llee haga Yohaannisii chuupha'aa titti, raaga dubbatanii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagoti duudi'ii fi seerri Muuse'ee haga bara Yohaannisii cuupha'aatitti raaganeeran.