Matthew 11:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoo dubbii isaanii fudhatiisa feetane, Yohaannisiin kun, Eliyaasii hin dhufa jedhame san.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo sila isani d'ugefattani, Yohanani Eliya, ka d'ufiisa isaa himani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo silaa dhugeefatani, Eliyaasiin dhufansa isaa himan kaan kunoo Yoh. aannisi kana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo dubbii isaanii fudhachuu feetan Yohaannisiin kun Eeliyaasii hin dhufa jedhame san.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoo dubbii isaanii fudhachuu feetan, Yohaannisiin kun, Eeliyaasii hin dhufa jedhame san.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eega waan isaan dubbatan fudhachu'uuf yoo eeyamttan, Eliyaasiin ni dhufa jedhame sun kunoot, Yohaannis kana.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo dubbii isaanii fudhatiisa feetane, Yohaannisiin kun, Eliyaasii hin dhufa jedhame san.