Matthew 11:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Dhaloota kana maaniin wol fakkeessina? Isaan akka ijoollee lafa dikko'oo keessa teteettee woliin,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba d'aloota kana maanti akheekha? Aka ijoolle gabaya keesa teteete jaalaani ufi yaamtu jira, ta waan woliini jettu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Dhaloota kana ammoo maanitti akeeka? Akka ijoollee gabaya keessa teteettee jaalan ufii yaamtee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Dhaloota kana maali'iin wol fakkeessa? Inni akka ijoollee lafa gabaya'aa taa'anii hiriyyoota isaaniitiin,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Dhaloota kana maali'iin wol fakkeessa? Inni akka ijoollee lafa gabaya'aa taa'anii hiriyyoota isaaniitiin,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Garuu namoota bara kanaa maaliin wolitti isaan fakkeesina? Bakka yaaii'ii ta'anii waahellan isaanii waama'aa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Dhaloota kana maaniin wol fakkeessina? Isaan akka ijoollee lafa dikko'oo keessa teteettee woliin,