Matthew 11:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yohaannis adoo sagalee hin nyaatinii fi daadhii woyni'ii hin unin yennaa dhufe, ‘Inni durriisa qaba’ jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yohanani nyaate d'ugu ind'umne, ammo isani, inni jinni qaba jettani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoh. aannis nyaatee dhuguu hindhumnee, isan amooo ‘Innii jinnii qaba’ jettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yohaannis uduu hin nyaannee fi hin dhunne dhufe. Isaan ammo, ‹Inni jinnii qaba› jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yohaannis uduu hin nyaanneef hin dhunne dhufe. Isaan ammoo, ‹Inni jinnii qaba› jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana Yohaannisiin cuuphaan yeroo dhufetti, midhaan uduu hin nyaatnii fi daadhii woyinni'llee uduu hin dhugin dhufinnaan, ‹kana jinni'itu keessa jira!› ni jedhaniin,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yohaannis adoo sagalee hin nyaatinii fi daadhii woyni'ii hin unin yennaa dhufe, ‹Inni durriisa qaba› jedhane.