Matthew 11:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yohaannisiin cuuphaan adoo mana hidha'aa keessa jiruu, waan Kiristoos hujiisatti jiru dhage'ee, barattoota ifii keessaa garii ergee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yohanani, ato mana hid'aansa keesa jiru, waan huji Kristo d'agaye jennaani jara ufi Yesoti erge
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoh. aannis adoo mana hidhaansaa keessa jiruu, waan hujii Kiristoo dhaga'ee jennaan jara ufii Yesusitti ergee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yohaannis cuuphaan mana hidha'aa uduu jiru hujii Kiristoosii dhagayee darasoota keessaa lamaan ergee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yohaannis cuuphaan mana hidha'aa uduu jiru hujii Kiristoosii dhagayee, darasoota keessaa lamaan ergeeti,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yohaannisiin cuuphaan mana hidha'aa uduu jiru, waayee hujii Kristosii dhagayuu isaatiin barattoota lama ergee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yohaannisiin cuuphaan adoo mana hidha'aa keessa jiruu, waan Kiristoos hujiisatti jiru dhage'ee, barattoota ifii keessaa garii ergee,