Matthew 11:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus worra qachoota bilbaasota ifii inni irra caalaa keessatti huje keessa le'anu, waan isaan cubbuu irraa deebi'uu didaneef komate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni worra dira qaraa inni keesati waan mama tolche, waan worri daba iraa deebiu dideefi, wollaala iti mure waan jed'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus warra dira qaraa innii keessatti waan mamaa tolche kaan, waan warrii cubbuu irraa deebi'uu dideef, wallaala itti muree,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayii Yesuus worra qachoota maalalee ufii inni irra caalaa keessatti hojjate keessa jiraatan waan isaan cubbuu irraa deebi'uu didaniif isaan komate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayii Yesuus worra qachoota maalalee ufii inni irra caalaa keessatti hojjete keessa jiraatan waan isaan cubbuu irraa deebi'uu didaniif isaan komate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aansee'llee Yesus kaanniin caala'atti baasa baayi'ee magaalonni keessatti taasise, dhiifamaan gara Waaqaa titti waan hin deebi'niif, akkana jechu'uun isaan gilndisuu jala ni qabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus worra qachoota bilbaasota ifii inni irra caalaa keessatti huje keessa le'anu, waan isaan cubbuu irraa deebi'uu didaneef komate.