Matthew 11:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Atille Qifirnaahom, haga gubba'aa ol ifi fuudhuu barbaaddee? Gara qile'ee gad buuta. Bilbaasoti si keessatti godhame, adoo Sodoom keessatti godhamee jiraatee, isiin haga guyyaa adhaa hin turtiiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kapernaumu, waan gubba oldeemtu ufi seeta? Fulla ekhera si buusani. Yo sila waan mama ka si keesati tolchani Sodoma keesati tolchani, diri suni haga arra injira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qifirnaahom, atin ammoo waan gubbaa oldeemtu ufi seetaa? Fulaa ekeraa si buusan. Yo silaa waan mamaa ka si keessatti tolchan Sodoomaa keessatti tolchan, dirii sun haga ardhaa injira.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Atillee Qifirnaahoom! haga sami'ii ol uf qabuu feetee? gara asaabaa hin buuta. Maalaleen si keessatti godhame uduu Soodomitti godhamee jiraatee isiin silaa haga adhaa hin jiraatti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Atillee Qifirnaahoom, haga sami'ii ol uf qabuu feetee? gara asaabaa hin buuta. Maalaleen si keessatti godhame uduu Soodomitti godhamee jiraatee, isiin silaa haga adhaa hin jiraatti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ati'llee ta haga sami'ii titti ol jette Qifirnaahoom! Gara sioolii gad ni buuta! Baasonni si keessatti taasfaman, Sidoomtti taasfamanii uduu jiraataniitii, magaalattiin sun uduu hin badin, haga adhaa titti ni jiraatti turte!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Atille Qifirnaahoom, haga gubba'aa ol ifi fuudhuu barbaaddee? Gara qile'ee gad buuta. Bilbaasoti si keessatti godhame, adoo Sodoom keessatti godhamee jiraatee, isiin haga guyyaa adhaa hin turtiiyyu.