Matthew 11:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ee, Abba'a, waan kanatti gammaddeerta.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Aabbo, tunini fed'i teeti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Ee'ee aabboo tunin feedhii teeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ee! Abbaa kiyya! fedhiin kee si afo'otti akkana waan ta'eef ani waan kanatti gammadeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ee Abbaa kiyya, fedhiin kee si afo'otti akkana waan ta'eef, ani waan kanatti gammadeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ee, yaa Abbaa, kana raawwachu'uuf fedhii kee mishaa, ta'ee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee, Abba'a, waan kanatti gammaddeerta.