Matthew 11:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Isin worri ba'aa ulfaattuu ba'atee dadhabe marti, gara kiyya kowa'a, ani isin foorfachiisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nati koota, nami dad'abefi ka baa ulfo baatu anini isani boqachiisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Namii dadhabee fi ka ba'aan itti ulfaateelleen cuftii gara kiyya koottaa; anin isan boqoochiisaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin dadhabdoonni worri ba'aan keessan isinitti ulfaate maruu gara kiyya koottaa'a. Ani hara isin baafachiisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin dadhabdoonni worri ba'aan keessan isinitti ulfaate maruu gara kiyya koottaa'a. Ani hara isin baafachiisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Isin worri hujii huminnaatiin dadhabiddan nana! Ba'aan'llee ka isinitti ulffaate marrinuu gara kiyya koottaa! Ani'llee boqannaa isinii ni kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin worri ba'aa ulfaattuu ba'atee dadhabe marti, gara kiyya kowa'a, ani isin foorfachiisa.