Matthew 11:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waanjoo kiyya fuudha'aatii ba'adha'a, ana irralle'ee baradha'a; ani nageellichaa fi ka ifi gad qabu; lubbuu teessaniif foora hin dhaggattan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaampara kiyya keyad'a, naraa barad'a, anini nama laana, ka mata inguddifanne; duuba boqota argattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qambara kiyya keeyyadhaa, narraa baradhaa, anin nama laanaa, ka mataa hinguddifane; duuba boqota argattanii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qambaraa kiyya baadhaa'a. Narraallee baradhaa'a. Ani gara laafessaa fi Kasoo waan ta'eef, lubbuu teessaniin hara baafata argatanii.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qanbaraa kiyya baadhaa'a. Narraallee baradhaa'a. Ani gara laafeessaa fi Kasoo waan ta'eef, lubbuu teessaniin harabaafata argatanii.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qambara kiyya ufi irratti baadhadhaa, ana irraa'llee baradhaa, ani'llee gara laafessaa fi kaso'o, lubbuu teessaniif'llee boqannaa ni argattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waanjoo kiyya fuudha'aatii ba'adha'a, ana irralle'ee baradha'a; ani nageellichaa fi ka ifi gad qabu; lubbuu teessaniif foora hin dhaggattan.