Matthew 11:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Ka hin dhufa jedhame sun si'iiyyu moo ka dhibii eeganna?” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, Nami ind'ufa jed'ani si mo ka d'ibi eenna?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Namii indhufa jedhan si moo ka dhibii eenna?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ka dhufu si'i mo'o ka biraa eenna?» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka dhufu si'i moo ka biraa eenna? jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Masihichi ni dhufa jedhame sun si'i moo? Yookiin ka bira'aa haa eeginnu?» jedhanii, Yesusiin akka gaafataniin ni taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ka hin dhufa jedhame sun si'iiyyu moo ka dhibii eeganna?» jedheen.