Matthew 11:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waanjoon kiyya kaso'o, ba'aan tiyya sallo'o” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaampari kiyya sabla, baani tiyya inulfaattu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qambarii kiyya sablaa, ba'aan tiyyaalleen hin ulfaattu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qambaraan kiyya haphi'i; ba'aan kiyyallee salphaa waan ta'eef.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qanbaraan kiyya haphi'i, ba'aan kiyyallee salphaa waan ta'eef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qambarri kiyya laafa'a, ba'aan kiyya'llee salpha'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waanjoon kiyya kaso'o, ba'aan tiyya sallo'o» jedhe.