Matthew 11:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ballaan hin dhagga, naafi hin ideema, ka dhukkuba goga'aa farrisiisaa qabameeru hin fayya, duudaan hin dhage'a, du'aan hin ka'a, Oduun Gammadaalle hiyyeeyyi'iif hin lallabanti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ballaani lafa arga, naafi indeema, nami qomaat'a qabu inqulqulla, duudaani ind'agaya, reefale kaasani, Odu Dansa hiyyeeyiti odeesani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ballaan lafa arga, naafii indeema, namii qomaaxaa qabu inqulqullaa, duudaan indhagaa, reeffii inka'a, oduu dansaa hiyyeeyyiitti haasa'an.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri ijaan hin argine hin argan, worri hokkolan hin deeman, worri dhukkuba gogaa kukkutuun qabaman hin qulqullaayan, ka gurraan hin dhageenne hin dhagaya, worri du'anillee hin ka'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Balloonni hin argan, worri hokkolan hin deeman, worri dhukkuba gogaa kukkutuun qabaman hin qulqullaayan, ka gurraan hin dhageenne hin dhagayan, worri du'anillee hin ka'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kunoo, jaamonni ni argan, hokkolttoonni qajeelanii ni deeman, waashayonni ni qulqullaayan, duudonni ni dhagayan, worri du'an ni ka'an, hiyyeeyyi'iif'llee wongeelli ni lallabama,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ballaan hin dhagga, naafi hin ideema, ka dhukkuba goga'aa farrisiisa'aan qabameeru hin fayya, duudaan hin dhage'a, du'aan hin ka'a, Oduun Gammadaalle hiyyeeyyi'iif hin lallabanti.