Matthew 11:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami marroo tiyya mama hin qabaanne attam attam gammada” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ayaana nama diqole na ind'arefanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii diqoollee na indhaareeffanne ka badhaadhe jedhan” isan jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiyyeeyyi'iifillee Dubbiin Nagayaa hin lallabama; Namni waan kiyya hin mamne ka eebbifame.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hiyyeeyyi'iifillee Oduun Nagayaa hin lallabama. Namni waan kiyya hin mamne maruu ka eebbifame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee kiyyaan ka hin shakkine, ka eebbifame.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami marroo tiyya mama hin qabaanne attam attam gammada» jedheen.