Matthew 11:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maan ilaaliisaaf baatane? Nama uffana dansaa uffatee? Worri uffana dadansaa uffatu mana moototaa keessa jiran!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama woya lalaaftu uyifatu daawachu d'at'ani? Worri woya lalaaftu uyifatu mana hayyoota keesa tataa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warra wayaa mimmidhaadduu uyyifatu daawachuu dhaxxanii? Warrii wayaa mimmidhaadduu uyyifatu mana hayyootaa keessa tataa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maal laalu'uuf? nama uffata haarrii babbareedaa uffatee? Kunoo worri uffata haarrii babbareedaa uffatan mana moototaa keessa jiran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maal laalu'uuf? nama uffata haarrii babbareedaa uffatee? Kunoo worri uffata haarrii babbareedaa uffatan mana moototaa keessa jiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana maal laalu'uuf baatan? Uffata bareede nama uffata laalu'uuf moo? uffata bareede worri uffatan ammoo mana nugusotaa titti ni argaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maan ilaaliisaaf baatane? Nama uffana dansaa uffatee? Worri uffana dadansaa uffatu mana moototaa keessa jiran!