Matthew 11:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maan ilaaliisaaf baatane ree? Raagaa tokko ilaaliisaafii? Ee, ani isinitti hima, isin ammoo ka guddoo raagaa caalu dhaggitane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maafi alati yaatani re? Raaga daawachu d'at'ani? Ee, ammo waan raaga ira jira daawachu d'at'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maaf alaatti yaatan ree? Raaga daawachuu dhaxxanii? Ee'ee ammoo waan raagaan oli goddoo ya gartan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Moo maal laalu'uuf? Raagaa? Ee dhugamaan isiniin jedhaa, ka raaga caalu argitan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Moo maal laalu'uuf? Raagaa? Ee dhugamaan isiniin jedhaa, ka raaga caalu argitan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa waayee maali'iitiif baatan ree? Nabiyyii laalu'uuf moo? Ee, gonkumaa ka nabiyyii haalaan caalu laalu'uuf isiniin jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maan ilaaliisaaf baatane ree? Raagaa tokko ilaaliisaafii? Ee, ani isinitti hima, isin ammoo ka guddoo raagaa caalu dhaggitane.