Matthew 12:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Isin keessaa nami hoolee takkaa qabu, guyyaa Sanbataatiin yoo isiin boolla buute, achi keessaa fuudhee alatti hin baasuu?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, Isani kana keesa, eennu nami hoola toko qabu, ka yo inni guyya Sabato boola keesa bue, hampaare boola keesaa imbaamne?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus deebisee warraan, “Isanii kana keessa, namii hoolaa tokko qabu, ka yo innii guyyaa Sanbataa boolla keessa bu'e, hamphaaree boolla keessaa hinbaamne eennu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee, «Isin keessaa namni hoolaa tokko qabu yoo guyyaa Sambataatiin boollatti jalaa bade ka hin baafne eennu?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebisee, «Isin keessaa namni Hoolaa tokko qabu, guyyaa Sambataatiin boollatti yoo jalaa badde ka hin baafne eennu?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana isaaniin jedhe, «Isin keessaa hoolaa tokko ka qabu, hoolaan isaa Guyyaa Sanbbataatiin boolla keessatti yoo jalaa kufe, harkisee ka hin baafnneen eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Isin keessaa nami hoolee takkaa qabu, guyyaa Sanbataatiin yoo isiin boolla buute, achi keessaa fuudhee alatti hin baasuu?