Matthew 12:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus namicha harka laashoween, “Harka keeti diriirsi” jedheen. Namichille yennaa harka diriirfate, harki fayyee, akkuma harka fayyaalessa kaanii te'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni waan namichaani jed'e, Harka kanke diriirfad'u. Namichi harka diriirfannaani harki fayye, akuma harka kaani tahe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan innii namichaan, “Harka kankee diriirfadhu” jedhee, namichii harka diriirfanaan harkii fayyee, akkuma harka kaanii ta'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Yesuus, «Namichaan harka kee diriirsi» jedheen. Namichillee hennaa harka diriirfate harki isaa fayyee akkuma harka fayyaalessa kaanii ta'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa Yesuus, «Namichaan harka kee diriirsi» jedheen. Namichillee hennaa harka diriirfate, harki isaa fayyee, akkuma harka fayyaalessa kaanii ta'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus namicha harka naafaatiin «Harka kee diriirssi!» jedheen. Inni'llee yeroo diriirssetti harki isaa fayyee, akkuma harka fayyaalesaa ni ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus namicha harka laashoween, «Harka keeti diriirsi» jedheen. Namichille yennaa harka diriirfate, harki fayyee, akkuma harka fayyaalessa kaanii te'e.