Matthew 12:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
marroo isaa eennulle'etti akka hin dubbanne isaan ajaje.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle biyyaani waan kiyya namati inhimina jed'e seerate,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ammallee biyyaan waan kiyya namatti hinhiminaa jedhee seerate;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan isaa eennuttillee akka hin himne isaan seere.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan isaa eennuttillee akka hin himne isaan seere.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namootaan garuu waayee isaa eennutti'llee akka hin himnneef isaan ni ajaje,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
marroo isaa eennulle'etti akka hin dubbanne isaan ajaje.