Matthew 12:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kunille ka raagicha Isaayaasiin raagame akka muummowuuf te'e;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka wonti raagi Isayani jed'e guutamtu:
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka wantii raagii Isaayaas jedhee guutamtu
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee ka raatticha Isaayyaasiin raagame akka raawwatamuuf ta'e;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kunillee ka raatticha Isaayyaasiin raagame akka raawwatamuuf ta'e;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kun'llee ka ta'e raaginni nabiyyicha Isaayaasiin dubbatame, akka raawwatamuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunille ka raagicha Isaayaasiin raagame akka muummowuuf te'e.