Matthew 12:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri Fariisaayotaa yennaa tana dhagge, “Ilaa, barattooti teeti Guyyaa Sanbataatiin waan seerri hin eeyyanne godhiisatti jirti” Yesuusiin jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Farisayooni waan kana arginaani waan Yesoni jette, Ilaali, jari kanke waan guyya Sabato tolchu himmalini tolcha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fariisotii waan kana arginaan Yesusiin, “Ilaal, jarii kankee waan guyyaa Sanbataa tolchuu hinmalin tolchaa!” jetteen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fariisonni kana arganii Yesuusiin, «Kunoo, darasoonni tee guyyaa Sambataatiin waan seerri hin kennine godha'aaran» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fariisoonni kana arganiiti, Yesuusiin «Kunoo, darasoonni tee guyyaa Sambataatiin waan seerri hin kennine godha'aaran» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fariisoonni kana arganii Yesusiin, «Laali! barattoonni kee guyyaa Sanbbataatiin waan hin eeyyamin ni raawwatan!» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Fariisaayotaa yennaa tana dhagge, «Ilaa, barattooti teeti Guyyaa Sanbataatiin waan seerri hin eeyyanne godhiisatti jirti» Yesuusiin jedhane.