Matthew 12:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Eennulle ka golii tiyya hin te'in na moroma, nami na woliin wolitti hin qanne hin bittinneessa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami na woliini injirre nyaapa kiyya; nami na woliini woingurre wofirfisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Namii na waliin hinjirre nyaapha kiyya; namii na waliin wa hinguurree wa firfirisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni gara kiyya hin taane na morma. Namni na biratti wolitti hin qabanne ammo hin bittinneessa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni gara kiyya hin taane na morma. Namni na biratti wolitti hin qabanne ammoo hin bittinneessa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka anaan woliin hin ta'in marrinuu, mormmataa kiyya, ka ana woliin wolitti hin qabanne'llee, ni bittinneessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eennulle ka golii tiyya hin te'in na moroma, nami na woliin wolitti hin qanne hin bittinneessa.