Matthew 12:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami Ilma Namaatiin moromee wo jedhu araara hin dhaggata, nami Ayyaana Woyyichaan moromee wo jedhu ammoo, bara kanalle'etti te'ee bara dhufu'uu jirulle'etti araara hin dhaggatu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Ilma Nama miid'u araarama argata; ammo nami Lubbu Qulqullo miid'u haga jiru jireenna araarama inargattu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii ilma namaa miidhu araarama argata; namii Hafuura Qulqulloo miidhu ammoo haga jiruu jireennaallee araarama hinargatu” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Ilma Namaatiin mormee waa dubbatu hin dhiifamaaf. Namni Ayyaana Woyyu'uun mormu ammo adunyaa tana irratti yookaan adunyaa dhuftu irrattillee hin dhiifamuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni Ilma Namaatiin mormee waa dubbatu hin dhiifamaaf. Namni Ayyaana Woyyu'uun mormu ammoo, adunyaa tanarratti yookiin adunyaa dhuftu irrattillee hin dhiifamuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ilma Namaa irratti dubbii arrabaa ka dubbatu maraaf balleessaa isaatiif dhiifaminni ni taasfamaaf. Hafuura Qulqulluu irratti dubbii arrabaa ka dubbatu maraaf garuu, biyya lafaa kanatti ta'ee biyya lafaa ka dhufttutti'llee, balleessaa isaatiif dhiifaminni hin taasfamuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami Ilma Namaatiin moromee wo jedhu araara hin dhaggata, nami Ayyaana Woyyichaan moromee wo jedhu ammoo, bara kanalle'etti te'ee bara dhufu'uu jirulle'etti araara hin dhaggatu.