Matthew 12:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin ilmaan buuti'ii! Isin hamoolee adoo teetanuu, attamiin waan dansaa dubbatiisa dandeettan? Waan gadhaa guute afaan dubbata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani ilmoole bofaati! Akami dandeetani waan dansa dubbattani, yo isani hamamo taatani? Wonti akanatiifi afaani waan garaani qabu dubbatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan ilmoolee bofaati! Isan yo hamaamoo taatan akkam dandeettanii waan dansaa dubbattan? Wantii akkanaatiif afaan waan garaan qabu dubbatan.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin ijoollee bofaa! isin hammeeyyii taatanii attamitti dubbii mishaa dubbachuu dandeettan? waan garaa guute afaan dubbata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin ijoollee bofaa! isin hammeeyyii taatanii, attamitti dubbii mishaa dubbachuu dandeettan? waan garaa guute afaan dubbata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin yaa ilmaan bofaa! hamaaleyyiiwwan yoo taatan, waan mishaa dubbachu'uuf attamitti dandeettan ree? Naminni afaan isaatiin dubbatu, onnee isaa guutee waan hafe.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ilmaan buuti'ii! Isin hamoolee adoo teetanuu, attamiin waan dansaa dubbatiisa dandeettan? Waan gadhaa guute afaan dubbata.