Matthew 12:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami dansaan waan dansaa gadhaa ifii keessaa waan dansaa baasa; nami hamaalle waan hantuu gadhaa ifii keessaa waan hantuu baasa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dansaani hori ufi dansa keesaa waan dansaa baasa; nami hamaleeni hori ufi hama keesaa waan hamtu baasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii dansaan horii ufii dansaa keessaa waan dansaa baasa; namii hamaalleen horii ufii hamaa keessaa waan hamtuu baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni mishaan waan mishaa garaa ufii keessaa baasa; Namni waan hamaa garaa ufii keessatti kuufate ammo, woma hamaa san uf keessaa baasa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni mishaan waan mishaa garaa ufii keessaa baasa; Namni waan hamaa garaa ufii keessatti kuufate ammoo, woma hamaa san uf keessaa baasa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Naminni mishaan galmmee isaa mishaa irraa, waan mishaa ni baasa, naminni hamaan'llee galmmee isaa hamaa irraa, waan hamaa ni baasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami dansaan waan dansaa gadhaa ifii keessaa waan dansaa baasa; nami hamaalle waan hantuu gadhaa ifii keessaa waan hantuu baasa.