Matthew 12:36 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani isinitti hima, guyyaa mura'aa dubbii gadhee afaan keessanii baate maraaf deebii kennitan;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan anini isanti himu, guyya mura Waaqi nama ch'ufa dubbi didiqo inni jed'e, ta sila jecha himmalini gaafata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Waan anin isanitti himuu, guyyaa muraa Waaqii nama cufaa dubbii didiqqoo silaa jechaa hinmalin ta innii jedhe, gaafata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akkana isiniin jedha, namoonni waan hamaa dubbatan sanniin maraafuu guyyaa murti'ii deebii kennan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani akkana isiniin jedha, namoonni waan hamaa dubbatan sanniin maraafuu guyyaa murti'ii deebii kennan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhugamaan isiniin jedha, naminni maalttu nu dhibe'een ka dubbatan jecha tokko tokkoofuu, guyyaa murti'ii itti ni gaafataman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani isinitti hima, guyyaa mura'aa dubbii gadhee afaan keessanii baate maraaf deebii kennitan;