Matthew 12:38 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba barsiisoti Seera Muuse'eetii fi Fariisaayoti gariin, “Barsiisa'a, nuuti akka ati beessisa nu dhaggisiittu barbaanna” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani jara Seera beekhufi Farisayooni waan Yesoni jette, Aabbo, nu akheekha atini tolchitu argu feena.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan jarii seera beekuu fi fariisotii Yesusiin, “Aabboo, nu akeeka atin tolchitu argu feenna” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa barsiisonni Seera Muuse'eetii fi Fariisonni gariin, «Barsiisaa'a! Nu akka ati malkata nutti mudhiftu barbaanna» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa barsiisonni Seera Muuse'eetii fi Fariisonni gariin, «Barsiisaa'a! Nu akka ati malkata nutti mudhiftu barbaanna» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti barsiisonni seeraa tokko tokkoo fi Fariisoonni Yesusiin, «Yaa barsiisaa! Ati baasaa yoo taasfttu argu'uuf ni barbaanna!» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba barsiisoti Seera Muuse'eetii fi Fariisaayoti gariin, «Barsiisa'a, nuuti akka ati beessisa nu dhaggisiittu barbaanna» jedhaneen.