Matthew 12:41 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan qachaa Nanawwe'ee guyyaa mura'aa dhaloota kana woliin kaatee itti murti, sababille lallaba Yoonaasiitiin cubbuu irraa deebiteerti; kunoo, ka Yoonaas caalu as jira!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti Ninawi Guyya Mura kaateti d'aloota kana himatti, waan worri maro odu dansa ta Yonani odeeseefi daba iraa deebiefi. Ammo kuno, nami Yona ira jiru arma jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Biyyitii Niwwee guyyaa muraa kaateetti dhaloota kana himatti, waan warrii marroo oduu dansaa ta Yoonaas himeef cubbuu irraa deebi'eef. Ammoo kunoo, namii Yoonaas irra jiru arma jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Nanawwe'ee guyyaa murti'ii san dhaloota kanniin woliin ka'anii isaanitti murteessan. Sababa lallaba Yoonaasiitiin waan aagii galaniif, Kunoo! ka Yoonaasiin caalu as jira!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri Nanawwe'ee guyyaa murti'ii san dhaloota kanniin woliin ka'anii isaanitti murteessan. Sababa lallaba Yoonaasiitiin aagii waan galaniif, Kunoo, ka Yoonaasiin caalu as jira!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni magaalaa Naanayee guyyaa murti'ii titti dhaloota bara kanaan woliin ka'anii isa irratti ni murteessan, namoonni Naanayee lallaba Yohaannisii yeroo dhagayanitti, cubbuu isaaniitiin gaddanii, dhiifamaan gara Waaqaa titti deebi'anii jiraniitii. Amma garuu ka Yoonnaasiin caalu asi ni jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan qachaa Nanawwe'ee guyyaa mura'aa dhaloota kana woliin kaatee itti murti, sababille lallaba Yoonaasiitiin cubbuu irraa deebiteerti; kunoo, ka Yoonaas caalu as jira!