Matthew 12:43 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Ayyaanni hamaan nama keessaa yennaa bayu, addee itti foorfatu barbaadatiisaaf lafa bisaan hin jirre keessa deddeebi'a, ammoo hin dhaggatu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja jinniini nama keesaa baatu, lafa bisaani inqamne keesa marte boqota barbaaddi; ammo yo d'abdu
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Jinniin yo nama keessaa baatu, lafa bisaan hinqamne keessa marteetti boqota barbaaddi; yo dhabdu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammallee akkana jedhe, «Hennaa ayyaanni hamaan nama keessaa bayu hulee itti hara baafatu barbaadu'uuf lafa gammoojji'ii keessa deema. Garuu womaa hin argatu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ayyaanni badaan nama keessaa hennaa bayu hulee itti harabaafatu barbaadu'uuf lafa gammoojji'ii keessa deema. Garuu womaa hin argatu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aanssee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Hafuurri battiin nama keessaa yeroo bayetti, bakkee itti boqatu barbaadu'uun bakka bishaan hin jirre, bakkee gogeettii keessa ni naannaya. Garuu hin arigatu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Ayyaanni hamaan nama keessaa yennaa bayu, addee itti foorfatu barbaadatiisaaf lafa bisaan hin jirre keessa deddeebi'a, ammoo hin dhaggatu.