Matthew 12:44 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba, ‘Ani mana kiyya ka keessaa bayetti deebi'a’ jedha. Yennaa deebi'u, manni duwwaa te'ee, haxowaamee, qophaayeeruun dhagga.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan ufiini jettu, Anini mana kiyya ka keesaa d'ufeti deebia. Ammo isiini deebinaani mana duwa, ka harani massani argiti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
armaa achi, ‘Anin mana kiyya ka keessaa dhufeetti deebi'a’ ufiin jetti. Deebitee dhumnaan mana duwwaa, ka haranii qophaa'e argitti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayii, ‹Ani gara mana kiyya ka keessaa bayeetitti deebi'a› jedha. Hennaa deebi'u mana duwwaa ta'ee haxaayamee bareedee qophaaye arga.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayii, ‹Ani gara mana kiyya ka keessaa bayeetitti hin deebi'a› jedha. Hennaa deebi'u mana duwwaa ta'ee haxaayamee bareedee qophaaye arga.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kanaaf ‹gara mana keessaa bayee deebi'ee haa deemuu› jedha. Deebi'ee yoo dhufutti'llee, manni duwwaa ta'ee, qulqullaayee, qophaayee ni argata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba, ‹Ani mana kiyya ka keessaa bayetti deebi'a› jedha. Yennaa deebi'u, manni duwwaa te'ee, haxowamee, qophoweeruun dhagga.